#ILQSO, #Gurraandhala 7, Bara 2014 #Shaashamannee
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Seeraa deemsa falmii hariiroo hawaasaa dhimmoota makamiinsa Garee 3ffaa, giddulixxummaa fi Dhaaltummaa Mirkaneessuu keessatti gahee Mana Murtii jedhan irratti Abbootii Murtii Manneen Murtii Aanaatiif magaalaa #Shaashamanneetti leenjii kennaa jira. Kaayyoon leenjichaa Abbootiin Murtii dhimmoota ijoo kanneen irratti hubannoo walfakkaataa fi gahaa qabaatanii murtii tilmaamawaa fi haqa qabeessa ta'e kennuu akka danda'an taasisuudha jedhameera. Leenjichi guyyoota afuriif itti fufiinsaan kan kennamu ta'a.

Hubannoof
#lLQSO, (Gurraandhala 8, 2014) Manni Marii Bakka Bu'oota Ummataa Labsiin Yeroo Muddamaa Lakk.1264/2014 akka kaafamu murteessee jira.

#ILQSO, Gurraandhala 11, Bara 2014
Hojiin magariisummaa, qulqullinaa fi kunuunsa biqiltuu tola ooltummaan hawaasni Inistitiyuutii keenyaa torbanitti guyyaa jimaataa raawwatu itti fufee har'as hirmaannaa hoo'aan hojjatameera.