Oromia Legal Training and Research Institute
7.95K subscribers
3.12K photos
25 videos
283 files
28 links
Download Telegram
#ILQSO, Gurraandhala 12, Bara 2014
Eebba Leenjifamtoota LHIYDh marsaa 13ffaa
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Leenjifamtoota Leenjii Hojiirraa Yeroo Dheeraa marsaa 13ffaa ji'oota sadiif leenjisaa ture guyyaa har'aa bakka hoggantootni sadarkaa federaalaa, naannoo keenyaa fi naannolee biraa argamanitti eebbisiisee jira. Sagantaa kanarratti hoggantuun Biiroo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Addee Addunyaa Ahimad leenjifamtootni hubannoo turtii yeroo Leenjii kanaatiin argatan hojiitti jijjiiruun ummata isaanii haqaan tajaajiluu qabu jedhaniiru. Saganticha irratti leenjifamtoota qabxii ol'aanaa galmeessisaniif waraqaan ragaa kennameefii jira.