#Sadaasa 10, Bara 2015, #ILQSO
#Workishoppii Dhiyeessa Argannoo Qorannoo
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Qorannoo mata duree "Sakatta'iinsa Itti quufinsa Maammiltoota Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa" jedhu irratti gaggeessaa ture workishoppiif dhiyeessuun qaamolee abbootii hirtaa waliin mari'achaa jira.

Bu'aa Qorannoo dhiyaate irratti mariin gaggeeffamaa jira
Cuunfaa Argannoo Qorannoo mata duree "Itti-quufinsa tajaajilamtoota Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa"jedhu irratti Bara 2014 keessa ILQSO'n gaggeeffamee Sanbata darbe workishoppiif dhiyaatee.