Gurraandhala 25, Bara 2014, #ILQSO
Hojiin tola ooltummaan mooraa ILQSO qulqulleessuu fi biqiltuu kunuunsuu torbanitti guyyaa jimaataa yeroo hunda raawwatamu har'as itti fufee hojjatamee jira.

Baga guyyaa dubartoota Addunyaa March 8 nagaan geessan!!! Happy Women's Day!
#Bitootessa 5 Bara 2014 #ILQSO
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Sirna Qallabni Daa'immanii Itti Muramu: Murtiin Duraa fi Murtiin Booda" jedhu irratti Abbootii Murtii sadarkaa Aanaatti hojjataniif magaalaa #Adaamaatti leenjii kennaa jira.