Oromia Legal Training and Research Institute
7.8K subscribers
3.06K photos
18 videos
283 files
22 links
Download Telegram
#ILQSO, #Adoolessa 11, Bara 2014
Hoggantootnii fi hojjattootni Inistitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaa akka Oromiyaatti biqiltuu miiliyoona 400 ol dhaabuuf karoorfameef milkeessuuf magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa isaani ka'aniiru.
#ILQSO, #Adoolessa 28, Bara 2014
Hoggantootnii fi hojjattootni Inistitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa raawwii hojii mootummaa kan bara 2014 fi kallattii karoora hojii bara 2015 irratti magaalaa Adaamaatti mari'atanii jiru. Marii kanarratti Itti Aanaan Daayirektara Ol'aanaa ILQSO Obbo Sulxaan Abdoo raawwiin hojii bara 2014 kan bara darbe yeroo walfakkaataa waliin yemmuu ilaalamu caalmaa kan qabu ta'us milkaa'ina argame kanatti quufuu dhiisnee bara 2015 tti raawwii hojii olaanaa galmeessisuuf hundi keenya qindoominaan hojjachuu qabna jedhaniiru.