Leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa seerota bulchiinsa inveestimantii irratti Abbootii Seeraa MMWO Dhaddacha Ijibbaataa fi Abbootii seeraa MMO irraa hirmaataniif kenname.
Leenjii kanaan seeronni bulchiinsa inveestimantii Mootummaa Federaalaan bahani fi kan Naannoo Oromiyaan bahan haala kamiin walsimanii hiikamuu akka qaban, waldiddaa dhimma inveestimantii jechuun maal akka ta’ee fi gahee Manneen Murtii idilee qaban ilaalchisee mariin bal’aan taasifamee jira. Maateeriyaaliin leenjii kanas kunooti.

February 15
February 15
Seera ragaa part 01.pdf
1.9 MB
Kun Maateeriyaalii Leenjii mata duree #Seera_Ragaa jedhu irratti magaalaa #Jimmaatti Dr.Abdii Gurmeessaatiin kennameedha.
February 15
#Kutaa_4ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa.
Qophiin kun
#Inistiitiyuutiin_Leenjii_fi_Qorannoo_Seeraa_Oromiyaa #Faanaa_Miidiyaa_korporeeshinii waliin ta'uun #Effi_Emmii_Asallaa_90.0 fi #Eff_Emmoota_Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa biraa kan gahuudha.
Qophii keenya har'aa kutaa 4ffaatin
#Maalummaa_Gibiraa/Taaksii, #Taaksii_Kallattii_fi_Alkallattii jechuun maal akka ta'e, #kaayyoo_Taaksii_Dabalata_Qabeenyaa (VAT) maal akka ta'e, Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti Leenjisaa Seeraa #Obboo_Haashim_Tunaa qabannee dhiyaannee jirra.
Qophicha dhaggeeffachuun Gaafii mata durichaan walqabatu fi yaada qaphichaaf qabdan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessan dhaamsa keenya.

Guyyaa 13/06/2017
#Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Leenjii Hojii Irraa Yeroo Gabaabaa kennaa Jira.
#Inistiitiyuutichi Mata duree #Seerota_Bulchiinsaafi_Itti_Fayyadama_Lafa_Magaalaafi_Baadiyaa jedhu irratti Abbootii Seeraatiif Magaalaa #Shaashamanneetti leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa guyyoota 3f turu kennaa jira.
#Kaayyoon_Leenjichaa_labsii_248/2015, 1324/2024 fi 721/2004 irratti hubannoo uumuu ta'ee, addatti; Yaad-rimeewwan bu'uuraa, Wabummaa mirgoota lafaafi riifoormii Sirna Bulchiinsa Lafaa SBL sirnaan hubachiisuu, akkasumas, seenaa dhufiinsa sirna bulchiinsa itti fayyadama lafa biyya keenyaa sirnaan hubatanii rakkoilee seerotaa fi hojmaataa jiran irratti hubannoo walfakkaataa uumuuf akka ta'e ibsame.
Leenjichi kan kennamaa jiru Abbaa seeraa MMO fi Leenjisaa Seeraa ILQSO #Oobboo_Jaarraa_Bariisoo tiini.

February 20
February 20
#ILQSO'n Seeroota Yakkoota Shororkeessummaa ittisuu fi too'achuu irratti Abbooti Alangaa Waliigalaa Oromiyaatiif #magaala_Adaamaatti leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa kennaa jira. Kaayyoon leenjii kanaas,labsii seerota farra sororkeessuummaa walitti dhufeenya fi garaagarummaa seerota shororkeesummaa irratti sadarkaa idil adunyaa hang seeroota naannoo keenyatti bahan akkasumas firiiwwaan dubbii ijoo yakka shororkeesummaa hundeessan irratti leenjii xiyyeeffatu waan ta'eef,kun immoo hojii idilee keessan keessattis isiin qunnamu danda'aa waan ta'eef leenjii kana sirnaan hordofuun isin irra eeggamaa jachuun saaqiinsa leenjii kana irratti Hogganaan Biiroo Abbaa Alangaa Wali galaa Oromiyaa obboo Guyyoo Waariyoon kallatti kennanii jiru.
February 20