January 31, 2023
Leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaa Abbootii Seeraa
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Seerota Taaksii fi Gumuruukaa'' jedhu irratti Abbootii Seeraa manneen Murtii Aanaaleetiif magaalaa Adaamaatti leenjiin kennaa jira. Kaayyoon leenjichaa hubannoo Abbootiin Seeraa keenya Seerota kanneen irratti qaban dabaluu akka ta'e ibsamee jira.

February 3, 2023
February 3, 2023
February 3, 2023
#Sagantaa Mijuu Seeraa Torbee 3ffaa
Sagantaan Mijuu Seeraa torban kanaa mata duree "Yakkoota dubartootaa fi daa'imman irratti raawwataman" jedhu irratti marii seeraa ogeessotni ILQSO taasisan qabattee dhiyaattee jirti. Itti dhiyaadha. Sagantichi guyyaa boruu Sanbata xiqqaa saa'aatii 11:30 hanga 12:00tti raadiyoon dambalii 100.7 irratti darba.