Oromia Legal Training and Research Institute
7.9K subscribers
3.1K photos
23 videos
283 files
27 links
Download Telegram
#ILQSO, Fulbaana 12, Bara 2015
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata Duree "Seera Yakka Malaammaltummaa" jedhu irratti ogeessota Qondaala Naamusaa Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa sadarkaa Godinaa fi Bulchiinsa Magaalootaa irratti tajaajila kennaa jiraniif leenjii kennaa jira. Leenjiin kunis guyyota sadiif kan kennamu ta'a.
Baga Ayyaana Irreecha geessan jechaa,ayyanichi kan nagaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwa.Ayyaana gaarii