#Caamsaa 1, Bara 2014,
#ILQSOInistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Waliigaltee Ijaarsaa Mootummaa: Rakkoowwan Qabatamaan mul'atan" jedhu irratti Abbootii Alangaatiif magaalaa Adaamaatti leenjii kennaa jira. Leenjichi guyyoota sadiif itti fufiinsaan kan kennamu ta'a.