Oromia Legal Training and Research Institute
8.16K subscribers
3.16K photos
27 videos
297 files
29 links
Download Telegram
Hordoftoonni Amantaa Musliimaa hundi baga ayyaana lid Alfixrii nagaan geessan! Eid Mubaarak! Ayyaana Gaarii !!!
Leenjifamtoota qabxii olaanaa fidaniif waraqaan ragaa yemmuu kennamuuf
#Caamsaa 1, Bara 2014, #ILQSO
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Waliigaltee Ijaarsaa Mootummaa: Rakkoowwan Qabatamaan mul'atan" jedhu irratti Abbootii Alangaatiif magaalaa Adaamaatti leenjii kennaa jira. Leenjichi guyyoota sadiif itti fufiinsaan kan kennamu ta'a.