#Gamaaggama Raawwii Hojiiwwan ILQSO Kurmaana 3ffaa
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa gamaaggama Raawwii Hojiiwwan Inistitiyuutichaa kan kurmaana 3ffaa bara 2015 Magaalaa Bishooftutti gaggeessaa ture xumure jira. Gamaaggama kana irratti gabaasnii raawwii hojii daareektooreeti hundaa dhihaate irratti mari'atamee jira. Kallattiinis ful-duraas Daayireektara Ol'aanaa ILQSO Obbo Doobee Dhaabaatiin ka'amee, sagantaan gamaaggama kur. 3ffaa bara baajataa 2015 xumurameera.

Baga Geessan!!!
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan Baga Ayyaana Sooma Hiikkaa Bara 2015tiin nagaan isin gahe jechaa ayyaanichi kan nagaa, kan gammachuu fi kan milkaa'inaa akka isiniif ta'u hawwa!
Ayyaana Gaarii!!

#Iid Mubaarak
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Iid Al-Faxirii 1444ffaan Nagaan Isin Gahe jechaa ayyaanichi kan gammachuu, kan nagayaa fi milkaa'inaa akka isiniif ta'u hawwa!
እንኳን ለ1444ኛው የኢድ አል-ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
ኢድ ሙባረክ!

#ILQSO, Ebla 23, Bara 2015
#Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa fi Karoora Hojii Bara 2016
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa gabaasa raawwii hojii kurmaana 3ffaa bara 2015 fi kallattii karoora bara 2016 Inistitiyuutichaa irratti magaalaa #Adaamaatti marii taasisee jira. Marii kana irratti hojiiwwan Inistitiyuutichi baatiiwwan saglan darban keessatti raawwachaa ture dhiyaataniiru. Kurmaana 4ffaa kana keessattis ciminoota turan itti fufsiisuun dhimmoota har'anii hafan hunda sakatta'uun adda baasuun raawwachuun hojiiwwan bara bara 2015f karoorfaman hunda xumuruun akka kallattii itti aanuutti taa'ee jira. Kana malees kallattiin karoora bara 2016 dhiyaatee irratti mari'atameera. Karoorri bara 2016 karoora hiixataa sadarkaa mootummaa fi tajaajilamtootni keenya nurraa barbaadaniin kan walgitu ta'uu akka qabus himamee jira.