Guyyaa 18/04/2017
#ILQSO'n Seeroota fi Waligalteewwan Ijaarsaa:Rakkoowwan qabatamaan mul'atan jedhu irratti Abbooti Alangaa Godinaatif Magaalaa #Bishoftutti leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa kennaa jira.
Leenjin kun dhimmoota Haguuggi Seeroota ijaarsaa keessatti kan akka maalummaa waligaltee ijaarsaa,wixiineessa gulaalli wali galte,kabajchiisa waligaltee,bulchiinsa waligaltee,haala waldhabbi ijaarsa, akkaataa wal diiddaan ittiin hikkamuu fi akka wali galaatti addaan ciitinsa waligalte fi bu'aa isaa jedhu irratti ogeessotaaf hubannoo wal fakkaata umuuf kaayyeeffate leenjii qophaa'ee kennamaa jiru ta'u I/A/D/ Ol'aanaa ILQSO obbo Sulxaan Abdoo baniinsa irratti hubachiisani jiru.
Leenjichi turtii guyyoota 3f kan ittifufiinsaan kennamu yoo ta'u, kan kennamaa jiru #Obboo_Dassaaleny_Birhaanuu tiini.

Leenifamtoonni leenjii hojii irraa yeroo gabaabaa leenji'aa jirtan mata dureewwan irratti leenji'aa jirtan ilaalchisee sirritti hubannoof akka tolutti dubbisuuf maateeriyaalii leenjii nugaafattan kunoo isinii erginee jirra.
SDFHH A. seeraatif.pdf
2 MB
Maateeriyaalii leenjii seera Deemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa Aaddee Tigisti Asfaw qopheessuun leenjii irraatti kennan