Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Qorannoowwan bara 2016 mata dureewwan 4 irratti gaggeesse qaama dhimmi ilaallatuu fi Abbootii hirtaatiif workshooppii irratti dhiyaatanii mirkanaa'an fuula teelee giraamii keennaa irra waan isinii keennef seenuun ilaaluu dandeessu.
Hojjattoonni Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) duula biqiltuu dhaabuun ashaaraa magariisaa milkeessuu irratti hirmaachuun biqiltuu dhaabanii jiru.
Hagayya 30/2016
Hojiilee Tola Ooltummaan ILQSOtti Hojjataman
Hojjattoonni nistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa ji'a Gannaa kana hojiilee tola ooltummaa hedduu hojjatanii jiru.
Hojiilee Hojjattoota Inistiitiyuutichaatin hojjataman boolla biqiltuu qopheessuu irraa kaasee biqiltuu dhaabuu, hojiiwwan duulaa garaagaraatiin mooraa Inistiitiyuutichaa qulqulleessuu,sagantaa Ashaaraa magariisaa akka biyyaatti gaggeeffame irratti hirmaachuu fi lammii isaanitiif dhiiga arjoomuun hojii tola ooltummaa hojjataa jiru.
Gama biraatiin Leenjitoota hirmaachisuun hojiin duula qulqullinnaa hojjatamee jira.