February 3, 2024
ILQSO, Amajjii 28, bara 2016
#Beeksisa
Ogeessotni guyyaa har'aa qormaata barreeffamaa leenjisaa seeraa fi qorataa seeraa fudhattanii dabartan boru ganama sa'aatii 3:00 irratti ILQSOtti argamuun qormaata afaanii akka fudhattan isin beeksifna. Bu'aan Qormaata barreeffamaa guyyama har'aa isin beeksifna.

February 6, 2024
Bu'aa Qormaata Barreeffamaa Gita Hojii Leenjisaa fi Qorataa Seeraa
February 9, 2024
Bu'aa Qormaata Barreeffamaa fi Afaanii Dorgommii Gita Hojii Leenjisaa Seeraa fi Qorataa Seeraa
February 9, 2024
February 9, 2024
February 9, 2024
#ILQSO, Gurraandhala 4, bara 2016
#Raawwii Pirojeektii ILQSO
Koreen teknikaa pirojeektii ILQSO raawwii hojii ijaarsa pirojeektii Gamoo Mana Kitaabaa, Gamoo Kaafteeriyaa fi Mana Eegumsa daawwatee jira. Raawwiin pirojeektichaa maallaqaan parsantii 38.1 fi fiizikaalli parsantii 39 irra gahuu ogeessota pirojeekticha hojjachaa jiranii fi too'achaa jiran irraa hubachuun danda'ameera. Koreen kunis daawwannaa taasiseen pirojeektichi haala gaariin hojjatamaa jiraachuu hubatee jira.

February 12, 2024
February 12, 2024