Oromia Legal Training and Research Institute
7.97K subscribers
3.14K photos
26 videos
283 files
29 links
Download Telegram
Leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaa Abbootii Seeraaf
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Sirna Dhagaha Dhimmoota Ol'iyyannoo" jedhu irratti Abbootii Seeraa sadarkaa adda addaatti hojjataniif Magaalaa #Bishooftutti leenjii kennaa jira. Leenjiin kun guyyoota sadiif kan kennamuudha
Waamicha Waraqaa Qorannoo
#Call For Paper
Inistitiyuutii Leenjii fi Qorannoo seeraa Oromiyaa simpooziyeemii Dhiyeessa Qorannoo waan qopheesseef hayyoonni akka hirmaattan affeeramtanii jirtu. Qorannoo dhiyaatuuf bu'uura qajeelfamaatiin kaffaltiin ni raawwatama.
#ILQSO, Amajjii 25, Bara 2016
#Gamaaggama Raawwii Hojii Kurmaana 2ffaa bara 2016
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa raawwii hojii Kurmaana 2ffaa bara 2016 Inistitiyuutichaa gamaggamaa jira. Gamaaggamni kun raawwii hojii Inistitiyuutichaa gadifageenyaan qorachuun ciminaalee jiran daran cimsuu fi hanqinaalee jiran fooyyessuun karoora Inistitiyuutichaa milkeessuuf akka ta'e Daayirektarri Ol'aanaan Inistitiyuutichaa Obbo Doobee Dhaabaa ibsanii jiru.