Oromia Legal Training and Research Institute
7.94K subscribers
3.11K photos
24 videos
283 files
27 links
Download Telegram
#ILQSO Sadaasa, 30 Bara 2015
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Gaggeessummaa fi Jijjiirama Hoogganuu" jedhu irratti Abbootii Seeraa fi Abbootii Alangaatiif magaalaa Adaamaatti leenjii kennaa jira. Kaayyoon leenjichaa gahumsa hoggansaa dabaluudhaan hojiiwwan karooraa, gabaasaa fi gammaagamaa saayinsii hooggansaatiin deeggaramanii akka raawwatanii fi jijjiiramoota sirna haqaa keessatti gaggeeffaman sirnaan akka hooggananii fi qajeelchan dandeessisuudha. Leenjichi guyyoota afuriif kan kennu ta'a.