Oromia Legal Training and Research Institute
7.95K subscribers
3.13K photos
25 videos
283 files
28 links
Download Telegram
#ILQSO, Onkoloolessa 1, Bara 2015
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Mata dureewwan "Seerota Yakkoota Shororkeessummaa fi Labsii Bulchiinsa fi To'annoo Meeshaalee Waraanaa" jedhaman irratti magaalaa #Cirootti Abbootii Alangaa fi Qorattoota Poolisiitiif leenjii kennaa jira. Leenjin kun hubannoo qorattootni Poolisii fi Abbootiin Alangaa Seerota kana irratti qaban dabaluun dandeettii raawwachiisummaa isaanii cimsuuf kan qophaa'e yoo ta'u, guyyoota 3f itti fufiinsaan ni kennama.
#ILQSO, Onkoloolessa 3, Bara 2015
Leenjiin mata duree "Yakkoota Malaammaltummaa fi Qabeenya Bu'aa Yakka Malaammaltummaa Ta'e Deebisiisuu" jedhu irratti Abbootii Alangaa fi Qorattoota Poolisiitiif magaalaa Adaamaatti guyyoota #3f kennamaa ture xumuramee jira.