#Yaada Itti Kennaa
Kaayyoowwan ILQSO Wixinee Dambii Fooyya'aa jiru keessatti taa'an
1)Sirni haqaa naannichaa dhaqqabamaa, tilmaamawaa, si’oomina kan qabuu fi haqa-qabeessa akka ta’u hojjachuu;
2)Ogeessota seeraa beekkumsa, dandeettii, ogummaa, naamusa gaarii fi miira tajaajiltummaa qabanii fi kabajamuu heeraa fi seeraatiif kutannoon dhaabbatan baay’innaa fi qulqullinaan horachuu;
3)Rakkoolee seeraa fi hojimaataa irratti qorannoo fi qo’annoo gaggeessuun yaadota furmaataa burqisiisuun hojiirra akka oolan taasisuu;
4)Walitti dhufeenyii fi qindoominni qaamolee sirna haqaa keessatti qooda qabanii akka uumamuu fi cimu taasisuun fooyya’iinsa sirna haqaa itti fifiinsa qabu mirkaneessuu; fi
5)Giddugala leenjii, qorannoo, gorsaa fi odeeffannoo dhimma seeraa fi haqaa ta’uun sirna haqaa naannichaa utubuu.
@

#Baga Geessan!!!
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa hordoftootni amantaa kiristaanaa hundi baga ayyaana Fannoo fi Faasiikaa kan bara 2014 nagayaan geessan jechaa ayyaanichi kan gammachuu, kan jaalalaa fi kan milkii akka isiniif ta'u hawwa!
Ayyaana Gaarii!!!

Hordoftoonni Amantaa Musliimaa hundi baga ayyaana lid Alfixrii nagaan geessan! Eid Mubaarak! Ayyaana Gaarii !!!
Leenjifamtoota qabxii olaanaa fidaniif waraqaan ragaa yemmuu kennamuuf