Ethiojobs pages.com
5.03K subscribers
2.98K photos
14 files
3.09K links
πŸ“‘α‹¨α‰°αˆˆα‹«α‹© α‹¨αˆ΅αˆ« αˆ›αˆ΅α‰³α‹ˆα‰‚α‹«α‹Žα‰½ αŠ₯αŠ“ α‹¨αˆ΅αˆ« αˆ˜αˆ¨αŒƒα‹Žα‰½αŠ•  αˆ΅αŠ•αˆˆα‰… በፍαŒ₯αŠα‰΅ αŠ₯αŠ•α‹²α‹°αˆ­αˆΆ α‰»αŠ“αˆ‰αŠ• α‹­α‰€αˆ‹α‰€αˆ‰
Abroad
NGO
DEGREE
DIPLOMA
LEVELS
PRIVATE
GOVERNMENT
A place where you found day to day new job opportunitie in Ethiopia and abroad in any field of study starting from #0_year experience
Download Telegram
#AfricaHoldinggroup

#Beeksisa
*
Finfinnee, Onkololessa 6/2016 ( AHG)
Kaampaaniin β€˜African Holding Group’  waggoota kudhan itti aanan keessatti hojjetaa 155,000 qacaruuf karoorfate keessaa marsaa jalqabaaf Bulchiinsota magaalaafi godinaalee irratti biiroo banuun hojii gurgurtaa irratti hojjechiisuu waan barbaaduuf namoonni yuunivarsiitii beekamtii qabu irraa eebbiffamtan guyyoota hojii itti aanan (10) keessatti iyyata (CV) keessan toora WhatsApp    0993414141irratti galchuu dandeessu.

Hubachiisa:Saalli barbaadamu Dubartii yoo ta'uu, bakkeewwan hojii bahan irratti nama tokkotu barbaadama.

Odeeffannoo dhaabbata argachuuf
https://youtu.be/Erl2pDl6q
@ethiojobs90