Ethiojobs pages.com
5.03K subscribers
2.98K photos
14 files
3.09K links
📑የተለያዩ የስራ ማስታወቂያዎች እና የስራ መረጃዎችን  ስንለቅ በፍጥነት እንዲደርሶ ቻናሉን ይቀላቀሉ
Abroad
NGO
DEGREE
DIPLOMA
LEVELS
PRIVATE
GOVERNMENT
A place where you found day to day new job opportunitie in Ethiopia and abroad in any field of study starting from #0_year experience
Download Telegram
#Beeksisa hojii

Ministeerri Galiiwwanii beeksisa hojii gosa barnootaa Akkaawontingii, Ikonomiksii, biizines manaajimentii, manajimentiifii kaanneen kana fakkaataniin warra baratanii bahan muuxannoo 0 fii muuxannoodhaan dorgomsiisee qacaruu barbaada. Namoonni ulaagaa armaan gaditti baje guuttan damee ministeera Galiiwwanii magaalaa Dirree Dawwaatti deemtanii galmaawuu dandeessu.

Waliif #Share godhaa.
Guyyaan galmee waxabajji 28 - Adoolessa 05/2015ttidha.
Bakki galmee magaalaa Dirree Dawwaati. @ethiojobs90
#Beeksisa hojii Namoota 1,070 ol
#BaankiiMisoomaItoophiyaa
Development Bank of Ethiopia
Your development Partner!
የኢትዮጵያ ልማት ባንክ
Graduation of 2020,2021,2022,2023 GC
▪️Find More Details t.me/ethiojobs90
Obbolewwaan keessan #Share godha
#AfricaHoldinggroup

#Beeksisa
*
Finfinnee, Onkololessa 6/2016 ( AHG)
Kaampaaniin ‘African Holding Group’  waggoota kudhan itti aanan keessatti hojjetaa 155,000 qacaruuf karoorfate keessaa marsaa jalqabaaf Bulchiinsota magaalaafi godinaalee irratti biiroo banuun hojii gurgurtaa irratti hojjechiisuu waan barbaaduuf namoonni yuunivarsiitii beekamtii qabu irraa eebbiffamtan guyyoota hojii itti aanan (10) keessatti iyyata (CV) keessan toora WhatsApp    0993414141irratti galchuu dandeessu.

Hubachiisa:Saalli barbaadamu Dubartii yoo ta'uu, bakkeewwan hojii bahan irratti nama tokkotu barbaadama.

Odeeffannoo dhaabbata argachuuf
https://youtu.be/Erl2pDl6q
@ethiojobs90