Qaammee 2 / 2016
Hojjattoonni Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) guyyaa har'aa Qaammee 2 , Guyyaa Riifoormii Sababeeffachuun duula qulqullinnaa gaggeessaa jiru.

September 7, 2024
September 7, 2024
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Uummata Oromoo, akkasumas ,Uummattoota Itoophiyaa Hundaan
" Baga Bacaqii Gannaa Oofkaltanii Booqaa Birraatti Nagaan Ceetan!" jechaa,
Barri Haaraan 2017;
Bara Nagayaa,
Bara Jaalalaa ,
Bara Tokkummaa
Hunda keenyaaf bara milkii haa ta'u jechuun hawwii qabu ibsa.
Ayyaana Gaarii!

September 10, 2024
September 10, 2024
Fulbaana 9/2017
Hojjattooni Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO) Haala kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 2017 irratti marii gaggeessan. Maricharratti sanadni mariif dhiyaate faayidaa Ayyaanni Irreechaa gama hundaan qabu bal'innaan ka'ee jira.
I/Aaanan Daayrekteera Ol'aanaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Obboo Sulxaan Abdoo "Ayyaanni Irreechaa ayyaana galateeffannaa,ayyaana araaraa fi ayyaana nagaa tahuu ibsuun hundi keenya milkaa'inaa fi karaa nagaatin kabajamuu ayyaanichaatiif gahee keenya bahuu qabna jechuun dhaamanii jiru.

September 19, 2024
September 19, 2024
Fulbaana 16/2017
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan,
"Baga Ayyaana Masqalaa Bara 2017 Nagaan Geessan" Isiniin jedha.
Barri kan jaalalaa, ifaa, quufaa fi gabbinaa akka ta'u hwwii gaarii qabu ibsa!
Ayyaana Gaarii!
መልካም የመስቀል በዓል!!

September 26, 2024
September 26, 2024
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n sagantaa Leenjii Hojiin Duraa Yeroo Dheeraatiin Marsaa 17ffaaf gargaartota Abbaa Seeraa fi kaadhimamtoota Abbaa Alangaa waggaa tokkoof leenjisaa ture leenjifamtoota 180f qormaata xumuraa kennuun eebbaaf qophii taasisaa jira.
October 1, 2024