Oromia Legal Training and Research Institute
7.97K subscribers
3.14K photos
26 videos
283 files
29 links
Download Telegram
#Baga Ayyaana Qillee bara 2016 nagayaan Geessan!
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa hordoftoota amantaa kiristaanaa maraan baga Ayyaana Qillee bara 2016 tiin nagayaan isin gahe jedha. Ayyaanichi kan nagayaa, kan gammachuu fi milkaa'inaa isiniif haa ta'u!
Baga Geessan Amajjii 10,2016 ILQSO

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaan Baga Ayyaana cuuphaatiin isin gahe jechaa,ayyaanichi kan nagaa fi gammachuu akka isiniif ta’u hawwa.
Ayyaana Gaarii !!
Leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaa
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree Seeraa Daldalaa Haaraa fi Dhaabbilee Daldalaa jedhu irratti Abbootii Alangaatiif Magaalaa Bishooftutti leenjii kennaa jira. Leenjiin kun guyyoota sadiif kan kennamuudha.
Leenjii Hojiirraa Yeroo Gabaabaa Abbootii Seeraaf
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa mata duree "Sirna Dhagaha Dhimmoota Ol'iyyannoo" jedhu irratti Abbootii Seeraa sadarkaa adda addaatti hojjataniif Magaalaa #Bishooftutti leenjii kennaa jira. Leenjiin kun guyyoota sadiif kan kennamuudha