Oromia Legal Training and Research Institute
7.94K subscribers
3.13K photos
25 videos
283 files
28 links
Download Telegram
Instiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa AbbootiI Seeraa Mana Murtii Waliigalaa,Mana Murtii Ol'aanaa fi Bulchiinsa Magaaloota Oromiyaatiif Mata Duree "Seera Daldalaa Itoophiyaa Haaraa bahe keessatti jijjiiramoota dhaabbilee daldalaatiin walqabatee taasifame“ jedhu irratti Magaalaa Bishooftuutti Leenjii guyyoota 3f turu kennaa jira.