Oromia Legal Training and Research Institute
7.95K subscribers
3.12K photos
25 videos
283 files
28 links
Download Telegram
ILQSO'n Labsii Hojjattoota Motummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.215/2011bahee irratti hojjattoota isaatiif leenjii kennaa jira. Kaayyoon leenjii kanas,hojjattoonni mirgaa fi dirqama isaanii sirnaan hubatani,naamusa ol'aanaadhaan hojii isaaniif kennamee akka raawwachu danda'ani fi dandeetti raawwachiisummaa isaaniis cimsuuf akka ta'e kaayyeeffate ta'u sirna baniinsa leenjii kana irratti Daareektarri Ol'aanaa ILQSO Obboo Doobe Dhaabaa himani jiru