Hordoftootni amantaa islaamaa marti baga ayyaana yaadannoo guyyaa dhaloota Nabi Muhammad (S.A.W) nagaan geessan!
Ayyaana Gaarii!
እንኳን ለ1498ኛው የነቢዩ መሐመድ (ሰ.ዐ.ወ) የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል !
Ayyaana Gaarii!
እንኳን ለ1498ኛው የነቢዩ መሐመድ (ሰ.ዐ.ወ) የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል !
Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan baga ayyaana Masqalaa geessan jecha,ayyaanichi kan nagaa ,badhaadhina fi kan gammachuu akka isiniif ta'u hawwaa Ayyaana Gaarii
Leenjifamtootni leenjii hojiin duraa marsaa 16ffaa qormaata xumuraa yemmuu fudhatan suuraadhaan.