Oromia Legal Training and Research Institute
7.95K subscribers
3.12K photos
25 videos
283 files
28 links
Download Telegram
Hojiin tola ooltummaan mooraa ILQSO qulqulleessuu fi biqiltuu kunuunsuu torbanitti guyyaa jimaataa yeroo hunda raawwatamu har'as itti fufee hojjatamee jira.
Bulchiinsaa fi gaggeessa qorannoo hammayyoomsuu fi gara dijiitaalaatti ceesisuuf har'a Magaalaa Bishooftuutti
Inistitiiyuutiin keenya Moosaajii Bulchiinsa Gaggeessa Qorannoo Misoomsuu "Research Management System" irratti ogeessota ILQSOf leenjii hojiirra Oolmaa moosaajii kennaa jira.
Daareekterootiin kenna Leenjii fi Tajaajjila Gorsa Seeraa karoora bu'aa irratti xiyyeefate kan bara 2016 leenjistootaa fi hojjetoota daareekterootichaa wajjin waligaltee raawwataniiru.