Oromia Legal Training and Research Institute
8.17K subscribers
3.16K photos
27 videos
297 files
29 links
Download Telegram
Hojiin tola ooltummaan mooraa ILQSO qulqulleessuu fi biqiltuu kunuunsuu torbanitti guyyaa jimaataa yeroo hunda raawwatamu har'as itti fufee hojjatamee jira.
Bulchiinsaa fi gaggeessa qorannoo hammayyoomsuu fi gara dijiitaalaatti ceesisuuf har'a Magaalaa Bishooftuutti
Inistitiiyuutiin keenya Moosaajii Bulchiinsa Gaggeessa Qorannoo Misoomsuu "Research Management System" irratti ogeessota ILQSOf leenjii hojiirra Oolmaa moosaajii kennaa jira.